
❤#QUBEELAA_QUBA_NYAATE❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤kutaa 2ffaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤Jalqaba kutaa 1ffaa dubiisuu ke mirkaanefaadhu. hin dubiifine yo ta’e profayila koo jala seenuun dubbisi❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤….. konkolaachisaan Ariitiin fiigaa dhufee sun tekinika fayyadamee Erga intala hambise boodaa konkolachisaankonkolaataa dhaabee keessaa bu’ee Ergaa Aariin itti dhekamee booda gara dhimma isa deme.Intallii garuu naatee akka muka ibsaa dhabattee hafte Namoonni nannoo sanaa Afan qabatanii ”Intalaa intalaa” baga waaqsii hambisee jedhanii miira gammachuufi Gaddaan guutamanii Utuu jiranii Intala tasgabeessan.Boonaafi iftuun Naasuun akka nama fuunyon Hidhamee dhabbatu. dhabbatanii taate kana xumuranii itti fiiganii yommu gaafachuufyaalan Namoonni intala fuudhanii waan deemaniif Arguu hindandeenyee. Boonaanquba nyaataa gara dhimma isaa deeme sammuu isaa keessatti maal ta’a osoo bilbila ishee fudhera ta’ee jechaa Alangaa Gaabbiin of reebaa doonii yaadaa yaabbatee iddoo dhimma isatti qajeele.Marree eenyuufaatu jaalalaf hin jilbenfannee!Balleessaa tokko malee enyuutu itti hin Hidhamne .boonaan erga galee suura intalaa sabbontuu daandii irrati argee Dugdaan ciisee yaada isaan akka TV Ilaalaa.Intallii laftii biraa bareedu sun intala obbo Oliiqaadha SIIFAN jedhamti siifan bareedina gokko iyyu gatiin hinbitanne waaqatu tola baadhaasee Gadameessi harmee ishee muudaa tokko malee midheksee ofkeessaa base. Akkasin osoo jiranii Kamiisa Ganama saa’itiin barnootaa yommu ga’u Boonaan akka nama waa gatee Shamarran mana barumsaa deeman keessa siifaniin ilaalaa utuu deemuu waan yeroon itti baarfatee ulaan mana barumsaa itti cufame. Wayitii jalqaba erga gubee booda osoo ol galuu barsiisan daree barnootaa siifanifaa galee barsiisaa ture tokko Qulqulleesittu dagaatee wan deemeef siifanin fuutee barsiisaa booda osoo deemituu deemuu ishee fulleetti Argee isheenis erga barsiisaatti laattee booda garadareesheetti utuu ol seentuu boonaan yommu ishee ta’u hubatu akka nama sammuun fuudhamee utuu itti fiiguu…..Kutaa 3ffaan dafee akka si qaqqabuuf #Like_share fi Comment gochuu hin dagatin.Page keessan #like gochuun nu jajaabessaa
